Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Ameerikaa Hidda Dhaloota Eeshiyaa Filannoo Yunaayitid Iseetis Irratti Sagalee Kennuuf Ulaagaa Guutan Shaffisaan Guddataa Jiran  


Lammiileen Ameerikaa Hidda Dhaloota Eeshiyaa Filannoo Yunaayitid Iseetis Irratti Sagalee Kennuuf Ulaagaa Guutan Shaffisaan Guddataa Jiran  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00

Akka dhaabbanni Piwuu jedhamu beeksiisetti Lammiileen Ameerikaa hida dhaloota Eeshiyaa filannoo Yunaayitid Isteetis irratti warren sagalee kennnuudhaaf ulaagaa guutan keessaa lakkoobsaan shaffisaan guddataa jiru. Kun immoo kaadhimtoonni Pirezidaantummaa biyyattii Joo Baayideenii fi Doonaald Tiraamp akka xiyyeeffannoo hawaasa kanatti kennan taasisa jedha gabaasaan Iskaat Isteernis Sagalee Ameerikaaf qopheesse. Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG